1/1
Galata Maariyaam screenshot 0
Galata Maariyaam Icon

Galata Maariyaam

Abraham
Trustable Ranking Icon官方应用 (App)
1K+下载次数
3.5MB大小
Android Version Icon4.0.1 - 4.0.2+
Android版本
2.0(18-03-2020)最新版本
-
(0 评价)
Age ratingPEGI-3
下载
详情评价版本信息
1/1

Galata Maariyaam介绍

Galanni Giiftii Keenyaa Dubroo Maariyaam jalqabatti qulqulluu Efreem, nama Soriyaatiin, Afuurri qulqulluu isaaf ibseetu Barreeffame, kana boodas gara Afaan Gi’iziitti deebi’ee yeroo Hedduuf biyya keenya keessatti tajaajila kadhannaa Mana Kiris taanaa Ortodoksii keessatti kennaa tureera, ammas itti tajaajilamaa jira. Yeroo booda garuu, gara afaan Amaaraatti jijjiiramee hojiirra ooleera. Fedhiin amantoota afaan Oromootiin barachuu, dubbisuufi kadhachuun yerootii yerootti dabalaa waan dhufeef Yeroo jajaqabaaf bara 1990 A.L.I tti gar afaan Oromotti jijjiiramee Dhiyaate.

Bara 1996 A.L.I tti ammo yeroo lammaffaaf Keessa deebi’amee sirraa’ee maxxanfame. Fedhiin kitaaba kadhannaa kanaaf jiru waan dabalaa dhufuuf yeroo addaddaa maxxanfamee raabsameera.


Hojiin jijjiirraa kitaaba kanaa Kanaan rawwata jechuu otoo hin ta’iin, yaada dubbistootarraa argamum fuldurattis keessa deebi’amee ni hojjetama. \n \n (Maxxansa bara 1996, 2004,fi 2006 kan gulaale Waasihuun Amanuu dha.)


Eebbi haadha keenyaa Dubroo

Maariyaam bara baraan nu Wajjin

haa ta’u. Ameen.


M/K/O/T/I/Q/Q/M/B/D/

Waldaa

Qulqullootaa.

Galata Maariyaam - 版本2.0

(18-03-2020)
其他版本

还没有评论或评分!要留下第一条评论或评分,请

-
0 Reviews
5
4
3
2
1

Galata Maariyaam - APK信息

APK版本: 2.0程序包: apps.eotc.galatamaariyaam
Android兼容性: 4.0.1 - 4.0.2+ (Ice Cream Sandwich)
开发商:Abraham隐私政策:https://sites.google.com/view/app-books-privacy-policy权限:5
名称: Galata Maariyaam大小: 3.5 MB下载次数: 458版本: 2.0发布日期: 2020-03-18 00:38:49
最小屏幕: SMALL支持的CPU: 程序包ID: apps.eotc.galatamaariyaamSHA1签名: 03:CF:D3:D6:5B:8D:AA:4A:80:54:55:94:21:7E:78:FC:F0:A6:B1:89最小屏幕: SMALL支持的CPU: 程序包ID: apps.eotc.galatamaariyaamSHA1签名: 03:CF:D3:D6:5B:8D:AA:4A:80:54:55:94:21:7E:78:FC:F0:A6:B1:89

Galata Maariyaam的最新版本

2.0Trust Icon Versions
18/3/2020
458 下载次数3.5 MB 大小
下载